“#Yeroodhuma sanattis ka'anii gara #iyyaarusaalemitti deebi'an" luq 24:13
Luq. 24:13-
✅Gaafasuma isaan keessaa namoonni lama gara ganda, mandara #iyyaarusaalem irraa akka kiilo metrii kudha tokkoo yookiis akka adeemsa, sa'aatii lamaa fagaatu, maqaan isaas #Emaahus jedhamu tokko in dhaqu turan.
✅#Jarri karaatti waa'ee waan gidduu sana ta'e hundumaa kaasanii, haasa'aa in adeemu turan.
✅ Utuu isaan haasa'aa, irrattis dudubbachaa adeemanii, #Iyyaasus ofii isaa isaan bira ga'ee, isaanii #wajjinis adeeme.
✅#Iji isaanii garuu, isa akka hin hubanneef ittifamee ture.
Yommus #Iyyaasus, "Inni #isin walii wajjin haasa'aa adeemtan kun, maali?" jennaan, nyaara guuranii achuma dhaabatan. Isaan, keessaa inni Qileyophaa jedhamu, tokko deebisee
"#Warra_Iyyaarusaalem jiraatan keessaa waan gidduu kana mandaricha keessatti ta'e kan hin beekne, 'Si'uma duwwaa dhaa?" jedhe.
#Inni, "Waan attamii ti?" isaaniin jennaan, isaan immoo, "Waa'ee #Iyyaasus nama Naazireet, isa gochatti dubbiittis Waaqayyoo fi namoota duratti raajii aango-qabeessa ture sana,
akka luboonni warri angafoonni, warri biyya seerratanis duuni itti haa faradamuuf dabarsanii isa kennan, akka isa fannisanis.
✅ #Nuyi garuu kan Israa'elin furu isa, jennee #abdannee turre; eyyee, kana hundumaa irratti iyyuu immoo kun erga ta'e har'a guyyaa sadaffaa isaa ti.
✅Kana malees, warra gara keenyaa keessaa dubartoonni ganama obboroo iddoo awwaalichaa dhaqan tokko, akka abjuu nu godhan.
Isaan achii deebi'anii reeffa isaa awwaalicha keessaa akka dhaban, garuu ergamoonni Waaqayyoo itti mul'atanii, '#Iyyaasus jiraataa dha' akka ittiin jedhan nutti himan.
✅ "#Warra nuu wajjin turan keessaas kaan gara awwaalichaa dhaqanii, akkuma #dubartoonni sun jedhan ta'uu isaa baran, isa garuu hin argine" jedhanii itti himan.
Inni immoo, "Isin gowwoota attamii ti, waan raajonni jedhan hundumaas amanuudhaaf yaadni garaa keessanii attam daagii dha.
✅ #Kiristoos kun kana hundumaa dhiphatee ulfina isaatti akka galu, barbaachisaa hin turre moo ree?' isaaniin jedhe. Innis macaafa Musee fi macaafota raajotaa hundumaa keessatti iddoo itti waa'ee isaatiif dubbatu hundumaa isaaniif hiike.
✅ Gara ganda jarri lamaan itti adeemaa turanittis dhi'aannaan, Iyyaasuss akka waan darbee adeemuu fedheetti aggaame.
Isaan garuu, "#Nu biraa buli, galgalaa'ee aduunis gad sokkiteetti" jedhanii jabeessanii isa kadhatan; kanaaf isaan bira turuudhaaf duukaa ol gale.
✅ #Jaraa wajjin nyaatatti yeroo dhi'aates, #buddeenicha fuudhee, eebbisee, cabsees isaaniif kenne.
Yommus #iji isaanii ittifamee kan ture gad dhiifame, hubatanis, inni garuu isaan duraa miliqe.
✅Isaan immoo, "Yeroo inni karaatti nutti dubbachaa, #macaafa keessatti kan caafames nuu ibsaa dhufe garaan keenya in raafame, mitii ree?" waliin jedhan.
Yeroodhuma sanattis ka'anii iYerusaalemitti deebi'an; achitti immoo bartoota kudha tokkon, warra isaan biraa wajjin walitti qabaman argan.
✅Warri walitti qabaman sun, "#Gooftichi dhuguma du'aa ka'eera, Simoonittis mul'ateera" in jedhu turan.
Yommus jarreen #lamaan waan karaatti ta'e hundumaa, yeroo inni buddeena cabsetti attamitti akka isa baranis odeessan.
https://t.me/Nutis #iyyaarusaalem kan ta'ate gara mana amnataati dedebi'uuf maal haa goonu..
🌹1. Akkaa isaanii waa'ee giddiira #kiristoos irraa ga'e yaadachuu . Isaas walii walii keenya hubachisu...
Yeroo sana #kiristoos gidduu keenyaati arjumaa isaan ni argama.
Mat. 18:20
“Iddoo namoonni lama yookiis sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti, #ani achitti isaan gidduutti nan argama" jedheraa kiristoos .
✳️Har'a yaa #obbolotaa koo #nuti waa'ee maaliiti waliin dubbana lata ? Hundumaa keenyaaf gaafii haa ta'u....???
🌹2. Akkaa isaanii nutis #barumsaa raajotaa , duuka bu'oota fi abboota barachuufi gaafachuun hubachuu qabna. Isaan erga hubatanii laphee isaanii waa'ee kiristoos gubacha ture wan ta'ef.
Har'a meeqa keenyatu #kitaaba_qulqulluu dubbisaa . Eenyutu ammoo dubbiseee kan hin galeef gaafte? Ammaas hundaa keenyaf gaafii haa ta'u....???
🆕Kan akkaa #filphoos fi #kara_deemtota emaahus enyuu???