✰✰﷽✰✰
💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم
Ahaadisu_nabiy¹✨📚
عن ابي هريره رضي الله عنه قال قال رسول الله صلى الله عليه وسلم :.........
✍Mu'umina jabaatu Mu'umina laafaarra Caala garuu Jara lamaan keessayyuu keyrimatu jira...!:-"waan si fayyadurratti https://t.me/futuni(ariifadhu),https://t.me/rabbitti qarqaarsifadhu hin dadhabin,yoo Waa si https://t.me/mudate osoo akkas gochuuu baradhee osoo akkas godhee hin jedhin....?! Akkana jedhi:-Rabbumatu natti qaddare inni waan fedhe dalaga...!! Jechi "osoo" jedhan tun dalagaan sheyxaanaa bantiღღ....مُحَمَّد ﷺ
🌸....قل قدر الله وماشاء فعل! فإن لو تفتح عمل الشيطان!!
Share it
فالدال على الخير كفاعله 🍂
✰✰﷽✰✰
💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم
🪴Ilma namaa kanarratti qaama isaa guutuurraa qoonni irratti barreefama zinarraa....
Inji lamaan zinaan isaanii laalcha👀
Gurri lamaan zinaan isaanii dhaggeeffatuu🦻👂
Arrabni zinaan isaa Haasawuu👅👄
Harki zinaan isii qabatuudha🤝
Miilli zinaan isaa itti deemuu🚶➡️🚶♀➡️
Qalbiin ni hawwiti🫀
Qaamni kee ni dhogo'oosa yoo rabbi sodaate kijibsiisee tawbata....?!🤲🏾😥
Anaa miti ka jedhe👆
عن ابي هريرة عن النبي صلى الله عليه وسلم........البخاري١١/٢٢ ومسلم(٢٦٥٧)
Garuu an gaafii qaba Ati Zinaa dalagemoo hin dalagne Jetta Amma murtii hadiisaa kanarratti hundaayiitii.....?!
Ija kee qoradhu
Gurra Fi harka kee akkasuma miilaa Fi qalbii kee qoradhu Gara tawbaa Fi rabbitti deebisi!!
Zinaa hin dalagne taanaan waan Asiin gadii kana qabaatuu qabda
✓Ijji kee waan Hamaa Fi dubartoota/dhi ajnabaa siif tahan laaluu dhabuu
✓Gurri kee keyrii qofa dhaggeeffatuu
✓Arrabni kee haasawa gaarii qofa dubbatuu akkasuma ajnaba wajji haasawurraa fagaatuu
✓Harki kee waan qabatuun siif hin hayyamamne wajji Wal tuquu dhabuu
✓miilli Gara waan siif hin hayyamamnetti deemuu dhabuu
✓Qalbii Fi Yaanni kee iimaana Fi taqwaan guuttamuu..!
As keessa jirtaa....?!
Yoo hin jiraatinis bakka itti if sirreessanii jiraatuu dandahan jirta if sirreessi taebadhu, jechaa Fi gocha kee bareechi if tohadhu...!
An simaaf yaadeeti ....🌹
222
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
16 апр. 2026 г., 09:53
✍Zinaan Haraama qofaa miti; badii suuta suutaan nagaya nu dhoorkuudha, badii barakaa nurraa fuudhuudha, badii qulqullummaa qalbii teenyaa booressuudha. Zinaan akkaataa sammuun keenya itti yaadurratti dhiibbaa godha. Hariiroo nama waliin qabnu miidha. Karaa nuti hubatuu hin dandeenyeen rizqii teenyas nu harkaa fuudha. Islaamummaan Zinaa irraa kan nu dhoorke, gammachuu teenya danquuf osoo hin taane, Kabaja keenyaa, kan maatii keenyaa, kan hegeree ijoollee teenyaa eeguuf nu akeekkachiise. Jabinni dhugaan of toohachuu keessa jira. Zinaa irraa fagaadhaa. Qalbii fi Lubbuu teessan eegaa. Fedhii yeroof jecha dallansuu Rabbii keessa hin bu’inaa🫵
✍Rabbi humna ija keenya, qalbii keeyaa fi gochaa keenya ittiin toohannu nuu haa kennu🤲
Share
👇
229
4
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
16 апр. 2026 г., 09:53
✰✰﷽✰✰
💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم
📚Namni tokko narratti salaata hin buusu....buusee hoo?!
🍂Malaa'ikaan salaata isarratti buustu malee Haga inni narratti buuse San! !
وأحسن منك لم تر قط عيني
واجمل منك لم تلد النساء
خلقت مبرأء من كل عيب
كأنك قد خلقت كما تشاء!
💛🩵💜
اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه أجمعين 🤍