(Warning โผ๏ธ
Of eeggadhaa, cubbuun guyyoota kanatti hojjatamu akka kan yeroo biraa raawwatamuu miti) ๐ก
โ๏ธ Halkan kana keessa, seensa jalqabaa guyyoota gurguddoo waggaa, guyyoota kurnan jalqabaa Zul-hijjaa eegala;
Guyyoota Rabbiin ittiin kakate, sadarkaa isii ol kaasee fi akkasuma hojii qajeelaa yeroo kanatti raawwatame yeroo kamiyyuu caalaa Isa biratti jaallatama godhe.
โ๏ธ Ergamaan Rabbii s.a.w akkana jedhan:
โGuyyoota kana caalaa guyyaa dalagaan gaariin Rabbiin biratti jaallatamu hin jiru,โ jechuun guyyoota kurnan jalqabaa Dhul-hijjaa itti baanan.
โ๏ธ Jihaadni karaa Rabbii keessatti godhamullee, sadarkaa hojii guyyoota kanneen keessatti raawwatamu hin caalu, nama lubbuu fi qabeenya isaa waliin bahee homaa qabatee hin deebine malee ( shahiidee malee).
โ๏ธ Guyyoonni kun guyyoota hojiin gaariin isa keessa dachaa itti baayโatee sadarkaan isaa olkaโudha.
Kanaaf towbaa; Zikrii, Duโaaโii, Qur'aana qara'uu, sadaqaa, fi haadhaa fi abbatti tola ooluudhaan dabarsuu qabda.
โ๏ธ Akkuma Kheyrii dalaguun guyyoota kana keessa
guddaa taโe, cubbuun yeroo kana raawwatamus caalaatti cimaa fi balaa guddaa qaba.
Guyyoota Rabbiin guddise kana keessatti lubbuu teessan hin miidhinaa.
โ๏ธ Ifa guyyoota kurnan kanaa badii dalaguudhaan uf jalaa hin dhaamsinaa, balbala araaraas balbala xiyyeeffannaa dhabuu fi uf daguutiin bakka hin buusinaa.
Tarii hojiin qajeelaan guyyoota kanatti raawwatame jireenya kee guutuu jijjiiruu dandaโa.
Halkan kana guyyoota kurnan gurguddoo waggaa waan taโeef gaflaa fi if daguudhaan hin simatinaaโฆ!!
Ergaa tana nama share godhee fi kan dubbises Rabbiin haa milkeessuโฆ๐
2,210
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
May 26, 2026, 07:13 AM
#Monday
1 Dhu Al-Hijjah (12) 1447
18 May (5) 2026
Hijri and Gregorian calendar ..
Rabbiin nu haa milkeessu.
1,610
11
0
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
May 26, 2026, 07:13 AM
Assalam Alaikum Wa Rahmatullah Wa Barakatuh
โ
๐๐The first day of Dhu'l-Hijjah could be on Monday
18 /5/2026
So The day of Arafat will be on Tuesday 26/5/2026
๐And The first day of Eid Al Adha ..would be Wednesday 27/5/2026
But it depends on the sighting of new moon crescent
So we will wait for it to be sure.
-in shaa Allahโ (God willing)...
1,910
25
0
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
May 26, 2026, 07:13 AM
Guyyaan boruu
Maal tureeyyu?
1,490
15
0
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
May 26, 2026, 07:13 AM
๐ท Photo
Biyya seerri hin jirre keessatti, biyya uffannaan Islaamaa akka shororkeessummaatti ilaallamu keessatti, biyya qurโaannis gubatu; Nabiyyiinis arrabsamu; muslimnis gorraโamu namni iyyitee iyya siif bahu hin jirre keessattiโฆ..
Biyya koo jechuun namatti ulfaataโฆ.
Barattoota University Finfinnee, university biyyattiin qabduu fi magaalaa guddoo biyyattii keessatti muslimoonni hangana dararamaa jiru.
1,450
32
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
May 26, 2026, 07:13 AM
Nafsiyyaa teeโฆ!!
โ๏ธ Abuu Bakr Al-Siddiq dhaamsa isaa keessatti Umariin (Rabbiin jara lamaan irraa haa jaalatu) yeroo bakka buโaa isaa godhee muude akkana jedhe:
โWanti ani jalqaba si akeekkachiisu lubbuu kee isa si keessa jiruudha.โ [Jaamiโ Al-โUlum wa Al-Hikam 1/490].
โ๏ธ Umar ibn Al-Khattab (Rabbiin irraa haa jaallatu) akkana jedhe:
โNama miira xiqqeenyaa fi hanqinnaa uf keessatti beeku qofatu boona.โ [Al-Bayan wa Al-Tabyeen 3/294].
โ๏ธ Abdullah ibn Masโud (Rabbiin irraa haa jaalatu) akkana jedhe:
โWallaahi Rabbitti kakadhee, hanga ani waaโee lubbuu koo beeku osoo beekta taโee, mataa kootti biyyee dachaafta turte.โ
[Al-Zuhd kan barreesse Abu Dawud, fuula. 144] .
โ๏ธ Salmaan Al-Farisii nyaata wasq (yunitii safartuu goggogaa) tokko bitee, namni tokko akkana jedheen:
โAtis nyaata wasq takkaa bittaa?!โ ( tuffiidhaaf jedheen)
Innis akkana jedhee deebiseef: โLubbuun soorata ishee yommuu mirkaneeffattu nagaa argatti.โ Ya Salaamโฆ!!
[Islaah Al-Mal kan barreesse Ibnu Abii Al-Dunya, fuula. 44] .
โ๏ธ Abdullaah ibn Al-Mubarak (Rahimahullaah) akkana jedhe:
โNamoonni waaโee amala gaarii fi Naamusaa hedduu irraa dubbataniiru, nuti garuu: Naamusa jechuun lubbuu ufii beekuudha jenna.โ
[Al-Risaalah Al-Qushayriyyaah 2/448] .
โ๏ธ Al-Mufaddal Al-Dabbi akkana jedhe:
โHundeen amala gaariidhaa, namni gatii lubbuu ufii beekuu dha.โ [Ija Ogbarruu fi Siyaasaa, fuula. 121] .
โ๏ธ Sufyaan al-Thowriin akkana jedhe:
Dur โyoo of beekte wanti sirraa haasawamu si hin miidhuโ jedhama ture.
[Al-Zuhd kan Ibnu al-Mubarak, 14/2].
โ๏ธSahli ibn Abdullah al-Tustari akkana jedhe:
โOf beekuun diina beekuu caalaa irra dhokataadha, beekumsi diinaas beekumsa addunyaa caalaa ifaadha.โ
[Hilyat al-Awliya, 10/201].
โ๏ธ Hayyuun Samnun ibn Hamzaa akkana jedhe:
โNamni of baruu barbaadee uf bare, namoota biroo sirritti beekuu fi Waaโee isaanii murteessuu keessatti hubannaa sirrii qabaata.โ [Taarikh Bagdaad, 9/235].
Itti_fufuu laata ?!
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
May 26, 2026, 07:13 AM
๐ฅ Video
Carraan kun akka si jala hin dabarre itti fayyadamiโฆ!!
Don't miss the Chance!
ูุง ุชููุช ุงููุฑุตุฉ!
Kurnan Zul-Hijjaaโฆ.