https://t.me/boost
Mallattoolee Budaa(Summii ijaa,) waanyoo/hisdii Akka Waliigalaatti.
1. Sababa tokko malee naasisuu, boochisuufi dhiphinna gar_malee
2. Sammuun waa qabatuu(qayyabatuu) dadhabuu. Qo'achuu dadhabuu
3. Qandhafuu jibbisiisuu. Dantaa ofiif dhabuu, uffata tolfachuu, dabbasaa sirreeffachuu, qaama dhiqachuu ceem'uu
4. Halkan hirriba dhabuu, ganama hirribaa ka'uu dadhabuu, gugurtaayuu.
5. Hamoommii itti baayyisuu, imimmaan ijaa yaa'uu, ijji gubachuu.
6. Madaan xixiqqoon qaama irratti mudhachuu, finniisni badaa deddeebi'u qaama irratti uumamuu.
7. Nyaara ol-qabachuu dadhabuu, mataafi ceekuutti nama ulfaachuu.
8. Woyanna, aaduu, kurruufuufi qaamni sababuma malee namatti ulfaatuu
9. Obsa dhabuu, abdii kutachuu, ofitti amanamummaa dhabuu.
10. Daldalli sababa malee kasaaraaf saaxilamuu, bultiin namaa (jaarsaaf jaartiin) diigamuu.
11. Idooteen dhabamuu(intalti heeruma dhabuu, dhiirri fuudha dhabuu)
12. Of-jibbuu, qaamni kee foolii hin beekne sitti dhahuu. Fooliin a13. faanii fi qaamaa jijjiiramuu. Qaamni haala dura hin turreen dafqisiisuufi qaamni foolii hin baramne fiduu.
13. Qaamni kee usuma nyaattu huqqachuu.
14. Fuulli kee daaraa dhaluu/bifa si balleesse si daalacheessuu
15. Gogaan qaama keetii quunca'uu, keessumattuu naannofni bobaa harka keetii fi teessuma kee irratti luqqa'uu. Akkasumas madaan xixiqqaan, finniisnii fi dhullaan sitti babbahuu.
16. Ofitti amanamummaa dhabuu, waa sodaachuu, nama biratti dubbachuu sodaachuu.
17. Namaan woliif galuu dadhabuu. Nama shakkuu Waan hojjattan irratti nama biraa galata dhabuu. Namni akkuma wol bartaniin waan isin jibbu isinitti fakkaachuu.
18. Dallansuu, aarii gar-malee qabaachuu. Waanuma nama hin aarsinetti aaruu.
19. Dhahannaan onneen tasuma ol ka'aa gadi bu'uu. Dhikksni onnee al-tokko tokko saffisaan dhikkisuu, yeeroo biraa dadhabuun hafuura baafachuu rakkisuu.
20. Hoo'i qaamaa tasuma ol ka'uufi gadi bu'uu. Yookaan ammuma sitti hoo'ee ammuma sitti qorruu
21. Arraabaafi hidhii ofii irra deddeebiin of ciniinuu.
22. Ijji diddiimachuu fi ija keessa gubuu. Nyaara/gaara irratti ulfaatuu fkk.
Namoota mallattoo dhukkubaa asii olitti eeraman keessaa mallattoo 3 fi sanaa ol ofirratti argitaniif,
Karaa Telegeram nuddubbisaa.
Linkii kara gdi kana jion godhaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/addstickers