No reviews yet. Be the first to share your experience!
Latest Posts
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
🎥 Video
30
0
0
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
1. Baayyee yoo dubbatte, ni sobda
2. Baayyee yoo yaadde, ni dhiphatta
3. Baayyee yoo nama jala gugguufte, ni tuffatamta.
4. Baayyee tapha yoo baayyiste, namni si hin amanu.
5. Baayyee "make up" yoo dibatte, bareedina kee dhabda
6. Baayyee namarraa yoo eegde, ni aarta.
7. Baayyee yoo jaalatte, baayyee miidhamta.
👉Waan hundaanuu "Baayyee" hin tahin. Baayyeen kun baayyee si miidha.
Guyyaa Gaarii qabaadhaa!!
27
0
0
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
Akkamittiin EUEE of qophessuu danda’aa yeroo hanga hafee kana kessattii?
Namni jettuu telegram kenyaa join gochaa nuu egaa guyyaa arraantana sa'aatii 11:00 local time irratti
30
0
0
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
Akkamittiin EUEE of qophessuu danda’aa yeroo hanga hafee kana kessattii?
Namni jettuu telegram kenyaa join gochaa nuu egaa guyyaa arraantana sa'aatii 11:00 local time irratti
https://t.me/motivationspkear
27
0
0
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
Link kanaa cuqasuun hordoftootaa 500 galchaa mee
Ammantanattii
36
0
0
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
Pay attention to these three things.
1. Success is built day by day, it is not born in one night.
2. Great things start from small steps.
3. Falling is not the end but the beginning of victories.
https://t.me/motivationspkear
31
0
0
BOHARTII AND Funny
Apr 27, 2026, 08:03 AM
Goooooooooooooaaaaaaaaaaaaal
Tapha hamma MANCHESTER CITY fi ARSENAL gidduutti taasifamaa jiru karaa TELEGRAM tamsaasa kallattiin daawwachuuf bakka LIVE jedhu tuquun request ergadhaa daawwadhaa dafaa hammuma.👇👇👇👇