Booyeetin kofalee
Imimmaan na qabe
Koflaaf jedhee bo'uuf
Ijakoo maaltu gubee
Imimmaan kan yaa'uuf
Kolfaaf ta'a mo boo'ichaa
Keessi koos Nagaya ta'uuf
An nan dhabe qorichaa
By https://t.me/kaxari
5,790
22
0
Erga Media
May 23, 2026, 04:12 PM
📷 Photo
“Of kabajuu, of beekuu, of to’achuu — kun sadan qofti aangootti nama geessu.”
https://t.me/kaxari