🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✉️ Milkaa'inni hojii cimaa, obsa, dadhabbii, carraaqqii, cichoomina, barachuu, qorachuu, qo'achuu fi wareegama mul’anni kee barbaadu kafaluudha. Garuu hunda caalaa jaalala waan hojjettuu yookiin hojjechuuf barbaadaa jirtu qabaachuu dha. Waan jaalatan hojjechuutti cichuun, gowwummaa utuu hin taane, boqonnaa sammuu ofiiti. Imala milkaa’ina ofiitis! Waan sammuu keef boqonnaa kennu, waan miira keef kaka'umsa uumu, waan fedhii keessa keetiin wal siif unatu kamuu hojjedhu. Hojii hojjettutti gammadi! Milkaa’inni hojii ofii hojjettu jaalachuudha. Jalqaba sammuu keetu milkaa’inni imala keef mirkana. Miira keetu qajeelchituudha. Waan deddeebitee raawwattu waan itti gammadduuf raawwatta. Siif galma, warra galma kee hin hubanneef immoo, gowwummaa qofaa miti doofummaadha.
.....
✉️ Success is a hard work, patience, effort, effort, perseverance, study, study, studying and paying the sacrifices that your vision requires. But above all, it is to have a love for what you are doing or is looking for. It is not stupid, but a rest of one's own mind, not stupidity. It’s also a journey of success! Do what gives your mind to your mind, what makes your feelings about, whatever you will unite for you in your own desires. Rejoice in the work you do! Success is to love your own job. First of all, your mind is confirmed by success for your journey. Your feelings are guiding. You will do what you do repeatedly for what you enjoy. It is not only stupidity but stupid, not only stupidity for you, and for those who do not understand your goal.
✅